Speech - Languages of Ethiopia ๐ช๐น ๐ฌ
Collection
5 items
โข
Updated
โข
2
audio_id
stringlengths 20
20
| speaker_id
stringclasses 70
values | audio
audioduration (s) 6.54
32
| audio_duration
float64 6.54
32
| transcription
stringlengths 62
523
| gender
stringclasses 2
values | age_group
stringclasses 2
values | locale
stringclasses 1
value |
|---|---|---|---|---|---|---|---|
NGEeH70GVl4aPpWKHf9N
|
CWBKsVLE8acpB6GuOQIaNdtYngF2
| 19.26
|
Suuraan nuti asii gaditti arginu kunii meeshaa muuziqaa keessaa tokko kan ta'ee fi weelluuwwan garaagaraa miidhagsuuf kan nu gargaaru maqaan isaas Kiraaradha jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
6R6oeCw7xoJ2y8ihEfvJ
|
H7J1CRAmAoRCFkXB53wwkWNvOcf1
| 17.88
|
Fakkiin asii olitti arginu kun namoota Ispoortii gareedhaan hojjetan arguu ni dandeenya. Namoonni kunisimmoo ufata wal fakkaataa uffatanii sosocho'insa qaamaa hojjechaa jiru. Innis immoo qaama namaatiif gaariidha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
0Sx2qqYK3AVdsxllQQlq
|
o85VUj9VcVVLW4QCzzx3YJWT3Wr2
| 21.48
|
Suuraa kanarratti kan argamu suuraa baay'ee bareedaa ta'e, kan baay'ee namatti tolu akkasumas suuraa miidhagaadha. Suurri kunis suuraa konkolaataadha. Konkolaataan kun kan baay'ee miidhaguu fi bashannanaaf, daandii ittiin deemuuf kan tajaajiludha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
Ch3MNLpaWZOk97ilINNE
|
xxJkR6GutrW8yYEJ62kJIpsNHlW2
| 17.16
|
Suuraan nuti as gubbaatti argaa jirru kun, suuraa kuduraalee fi muduraalee garaagaraati. Innis kan fayyadu mana keenya keessatti kan nyaataaf ooluudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
7pcDprCtpfhUyCFZ0lxd
|
MiwjthX6wjRgISTX50uiCzzogZa2
| 18.78
|
Tolee, suuraan nuti as gubbaatti argaa jirru kunii dubara baay'ee bareeddu ,baay,ee miidhagdu namatti toltu tokkodha dubarri kuni kolfitee hidhiisheettillee haalluu diimaa dibattee kan jirtudha jechuudha mataashii ofirra gadhiistee. Dubarri kuni maal agarsiisuuf bakka kanatti argamte?
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
2vf5aTNBfofssBB2KTib
|
WPNARi2kJRMfboGGQiQwPgJLcZH3
| 16.56
|
Geejjiba jechuun sirna deddeebisa waanta garaagaraa yookiin waan tokko bakka tokkoo gara biraatti deddeebisuu yoo ta'u, turizimiin immoo waantota bashannanaaf nu gargaaran jechuudha. Immigireeshiniin godaansa yookiin namni tokko iddoo tokkoo iddoo biraatti godaanuu jechuudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
4XUKSprFz8FuxNhiQFzK
|
JMkWp144C3VJy4pTIRd8THIszRx2
| 16.62
|
Kan suuraa irratti ilaalaa jirru kunii agarsiistuudha. Agarsiistuu daandiwwaniiti. Bakka tokkorraa kallattii saditti daandiin gargar baasu waan jiruufi kallattiiwwan sadan kun eessa, eessa akka geessan kan agarsiisudha jechuudha. Agarsiiftuu kallattiiti jechuudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
ERIGzHGdf7Ph3lnTW2yr
|
1vvVpT2Fihdiw7HEEBfJifg9oCk2
| 15.54
|
Qonna jechuun sochii dinagdee yookiis immoo sochii dinagdee keessaa tokko kan ta'e, kanneen namoonni jiruuf jireenya isaanii ittiin fooyyeffachuuf akkasumas illee nyaata, galii gara garaa irraa argachuuf itti dhimma bahanidha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
Kdq0VAh98ovUMNAR8c1S
|
5rRVZhthj4hAbdJs8wn6qn6UGHb2
| 15.66
|
Suuraa kanarratti kan arginuu biqilaa qorichaaf dhaabbamee jirudha. Gubbaa gubbaa isaa hammi muraasni isaa kan goggogee jirudhaa jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
98uoQmB3GOzTHSYGmEz6
|
Yn3vhr6tgyLZ1dxNWd3pCiEKbB63
| 25.92
|
Suuraa kanarratti suuqii meeshaalee garaagaraa hammatee of keessaa qabu argina. Akkasumas suuqii kana keessattimmoo nama dubartiin tajaajila kana kennitu yoo arginu ishee bira ammoo namni tajaajila kana argachuudhaaf bira dhufee dhaabbachaa jiru argina.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
1ifoWJqnSuuGq86pjZV2
|
5rRVZhthj4hAbdJs8wn6qn6UGHb2
| 17.76
|
Suuraa kana irratti kan,arginu suuraa saamuna,nafa dhiqachuf tajaajilu yoo ta'u,Maqaan saamunaa kanaas,"laaksi"jedhamuudhan kan beekamu,namoonni baay'een, yeroo baay'ee nafaan dhiqachuudhaf fayyadamu.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
I8KM2z8xykGagzUWgC26
|
FPjRBRtRl5aSEESw1TQPGejULTC2
| 16.32
|
Suuraa kanarratti kan argaa jirru iddoo daldalaati. Iddoon daldalaa kun iddoo hoolaan itti bitamuu fi itti gurguramudha.Akkuma suuraa kanarratti arguu dandeenyu namoonni baay'een hoolaa bitaa jiru akkasumas gurguraas jiru.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
G3B23ida2xBehCepQSbG
|
1xO2n435vyQBpcPVpscWA0X2hoS2
| 17.04
|
Suuraan asirratti arginu kun suuraa huccuu yoo ta'u, huccuun kunis immoo qaama keenya haguuguudhaaf kan ooludha. Huccuu kanas mudhiidhaa olitti dhiironni uffatanidha. Kunis immoo mana uffannaatti fannifamee kan argamudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
H2l4JUtNna7KJOCUvykO
|
UBTTFFEuDAVHbPewG6AZ3Q2JWpo2
| 20.16
|
Suurri kanaa gaditti argamu suuraa muuziiti. Muuziin dhala namaaf faayidaa hedduu qaba. Warreen muuzii kana bitanii, haala hin bishaanne sababii ta'aa jiruuf bisheessanii, bu'aa irraa argachuuf bisheessanii gaafa gurguran bu'aa guddaa irraa argatu. Gaafa nyaatanis nyaata dhanna namaaf baay'ee barbaachisaa ta'eedha jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
C1sjoq7PW38m0cYpjhAv
|
MiwjthX6wjRgISTX50uiCzzogZa2
| 19.08
|
Yeroo ammaa kana wanti nuti as gubbaatti argaa jirru kun suuraa mana barumsaati. Manni barumsaa kun bukkee isaatti biqilaan kan mul'atudha. Balbala isaa fulduratti illee fakkiin garaagagaraa irratti kaafamee, kan jirudha. Mana barnootaa kana keessa ijoolleen jiruu?
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
3u1x3TFMo9ZOM2sVmBp6
|
knkeQ484DscNXrm8TkIbN51EHej2
| 17.88
|
Fakkii kana irratti kan nuti arginu bineelda dha. Bineeldi kunis gosa allaattii taa'eetoo kan bifa bareedduu qabdu, bifa nama hawwattu qabduu fi maqaan isii immoo simbira kan jedhamuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
4dyJCSaD9v8Wq10SzH9B
|
1vvVpT2Fihdiw7HEEBfJifg9oCk2
| 15.96
|
Qoricha aadaa
Qoricha aadaa jechuun kanneen uumamaan argaman, kanneen namoonni dhukkuboota garaagaraaf mala aadaa ta'een biqiltoota naannoo isaaniirra jiran irraa oomishatanii itti dhimma ba'an jechuu dha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
9XgTFVKKn9je4Swu4dJR
|
1vvVpT2Fihdiw7HEEBfJifg9oCk2
| 19.68
|
Ogummaa fi aadaa
Ogummaa jechuun dandeettii yookaan ogummaa namni tokko waa oomishuu irratti qabu kan ibsu yoo ta'u, aadaa jechuun immoo ittiin bulmaata yookaan barsiifata akkasumas immoo eenyummaa saba tokkoo ibsuuf kan tajaajiludha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
HE0sPt8UG0oprI7C2KCh
|
209pYtTCmBOAcQcvSSLU8ZSkxbd2
| 18.78
|
FakKii kana irraa kan arginu mana amantaati. Mana amantaa kan keessatti akka amantaa isaaniitti namni hundinuu uumaa isaa akka amantaa isaatti kan galateeffatudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
AxCzKVfw1CYzgMFtazK0
|
MAQRVf3yAddvI6JGwOu4326Nzcw1
| 18.18
|
Alaabaa jechuun ibsituu biyya tokkooti. Biyyi tokko kan ittiin beekamtu alaabaa mataasheetii gaafa qabaattudha. Asxaan immoo yeroo baay'ee walakkeessa alaabaatti argamuudhaan waantota biyya sana keessa jiran kan ibsuu fi kan bakka bu'udha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
0UiI8ke1TKp8JtM02VWB
|
o85VUj9VcVVLW4QCzzx3YJWT3Wr2
| 17.4
|
Suura kana irratti kan mul'atu suura dibata rifeensaa kan ta'e baay'ee kan namatti tolu, kan rifeensa namaa laaffisuu fi baay'ee kan namatti toludha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
Fyrw4UaJrRMPyPF03RzS
|
JEbwEnrGyCQ5RzljCXknPPvDXY93
| 17.4
|
Muduraaniifii kuduraalee jechuun gosa biqiltootaa kanneen uumamaan biqilaniifi kan namni harkaan dhaabu ta'anii, madda nyaataafi sorataa ta'uuf kan fayyadani. Isaan kunis madaallii uumamaa eeguufi jabina qaama keenyaaf faayidaa guddaa qabu.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
421SyujW1iX6wQPI1Jbk
|
l9Fl7uXw2XPfGR3R4L7l0Vo7Acj1
| 19.56
|
Bu'uuraalee misoomaa jechuun misooma biyya tokkoof bu'uura ta'ee kan biyyi sun irratti hirkattee yookiin hojjettee jiruuf jireenya ishee ittiin gaggeessituu fi bultoo ofii ittiin guddifatanidha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
70KSY5tbLOAPAZ41JcaR
|
m9UpHW2tOJeEfjNy4k9RuDoS0wn1
| 17.28
|
Akkuma suuraa kanarratti argamu, suuraan kun suuraa biqiltuu mana keenya keessatti argamu yommuu ta'u, biqiltuun kunis miidhagina manaaf baayyee gargaara. Biqiltuun kun biqiluudhaaf hammam itti fudhata?
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
C9VLteN3VGvAmP9Vv9tl
|
JEbwEnrGyCQ5RzljCXknPPvDXY93
| 16.62
|
Miidiyaa hawaasaa jechuun karaalee uumatni yaada isaa ittiin walii dabarsu, karaalee odeeffannoowwan gara garaa uummanni waliif dabarsu yeroo ta'u, madda beekumsaa fi muuxannooti.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
7JqXs1XeaqmmBYRIIfvW
|
jp8orDMcosPwPuVFWUhlWaQYWCh1
| 16.92
|
Manaa fi mana jireenyaa jechuun dhalli namaa keessa jiraachuudhaaf kanneen akka: mukkeenii, siibilawwan, dhagaa fi kan kana fakkaatan irraa ijaarratee kan inni keessa jiraatu manaa fi mana jireenyaa jedhamee kan beekamudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
8SW5Pl7SIJoSi5AKWHMI
|
PXoKqXosPXRjJRY14r9Bhk2r0VD2
| 15.9
|
Biqilaa ta'eetu wanta laga keessaa biqilu,gosti isaa magariisa ta'etu ijji isaammoo waan firii qabudha yookaan bunadha. Buna jechuudha wantichi.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
Envn2Nku65UB8u8qd65B
|
n4Bq8wjNSzOZdt9Iza0Bzi0qRym1
| 16.98
|
Suuraa kana irratti kan arginu biqiltuudha. Biqiltuun kunis baalli isaa kan soolla'ee fi bishaan kan dhabee gara tokkotti kufee kan arginudha. Naannoon isaas dhagaadha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
H263lrV3IdJkBIY4y1uK
|
sxJrqCVtvuUlLLy9Cl7Hpo5YrxI3
| 19.02
|
Suurri nuti asirratti argaa jirru kun namoota sadiidha yookaan dargaggoota sadii badhaafamanii iddoo kanatti argamanidha. Badhaafni isaan badhaafamanis qarshii akkasumallee wancaa garaagaraati. Badhaasa kanas kan qopheesse dhaabbata soofii maalt irraa kan fudhatanidha kan nuti arginu.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
AqbOODfyCc3YwTVGBIBl
|
nPyaOPsRoeYhgVbzJRYg5PPMNHx1
| 19.2
|
Ogummaa fi aadaa.
Ogummaa jechuun dandeettii uumamaan waaqayyo nama keessa kaa'e fi namni immoo barnoota garaagaraa barachuudhaan kan dagaagfatu jechuu dha. Aadaa jechuun immoo waliigaltee hawaasni tokko waan tokko irratti walii galee fi akkaataa itti bulmaanni hawaasni tokko waliin qabuu dha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
8JPkyPAifPvBbI5kktSe
|
4qeys78YzmToGBXbTs1f7bH4ZgQ2
| 20.28
|
Tajaajila bu'uuraa jechuun tajaajila hawaasa tokkoof dhiyaatu kan hawaasa tokkoof baay'ee barbaachisaa ta'een tajaajila bu'uuraa jennaan. Gurgurtaa qinxaaboo jechuun immoo gurgurtaalee adda addaa gatii madaalawaadhaan yookiin gatii gadaanaadhaan namoota dhuunfaatiif yookiin hawaasa tokkoof dhiyaatuun gurgurtaa qinxaaboo jennaan.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
CYHiZ94ZbzVeMAvcweZg
|
FPjRBRtRl5aSEESw1TQPGejULTC2
| 19.08
|
Kan asirratti argaa jirru Kun, kitaabadha. Kitaabichis immoo kitaaba seenaa eenyummaa oromo kan jedhu yemmuu ta'u. Innis kan barreeffame obboo Dirribii Damisee bokkuutiini. Obboo Dirribii Damisee perezidaantii waaldaa Maccaa fi Tuulamaa yemmuu ta'an, kitaabichis waa'ee seenaa uummata oromoo kan sirriitti ibsudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
5lKGWXcgwp5gKD7tsclD
|
5Oy4wQUdDUazy5b6lyrB3sJvrBf1
| 18.6
|
Faayi faayidaawwan hedduu qaba. Fakkeenyaf namoonni faaya hojjetan faaya kana gara gabaatti geessanii madda galiitiif ooluu danda'a jechuudhaa. Akkasumas immoo miidhaginaafillee ni fayyada jechuudhaa. Faayi wantoota akkam akkamiirraa qophaa'a?
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
0PnOWqHom5myqh3eooKX
|
7MrqUdDbxlgXk2LgKkI95S0cKcP2
| 18.96
|
Bineensota manaa fi alaa kana akkamiin adda baasuu dandeenya? bineensonni manaa bineensota namatti madaqanii jiraataniifi bineensota nama wajjin jiraachuu danda'anidha. Bineensonni alaammoo bineensota kan namatti madaquu hin dandeenyefi nama wajjin madaqanii hin jiraannee bineensota kana akkamiin adda baasuu dandeenya?
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
1IhYqdhwQHPYV0Rkpqql
|
5Oy4wQUdDUazy5b6lyrB3sJvrBf1
| 19.5
|
Muuziqaan sammuu namaa bashannansiisuufi kan yeroo dadhaban illee karaa ittiin dadhabbii keenya ofirra nu irraanfachiisuudhaaf nu gargaarudha. Muuziqaa meeshaalee muuziqaa fayyadamuunidha kan taphannu. Muuziqaa gosoota muuziqaa beektu tarreessi.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
3hQT766jIvKZcrQP6jBu
|
du4PpoI9LxWjjhlUqrfvwOnJQqZ2
| 19.74
|
Beeksisa jechuun odeeffannoo kanaan dura hinturre kan yeroo jalqabaatiif akka haaraatti gadhiifamee hawaasaaf odeeffannoo kennamu jechuudha. Beeksisa oduu yeroo jalqabaaf gadhiifame yookanimmoo oduu yeroo jalqabaaf darbe jechuudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
1g76mJaJIiVv64Kez1Yv
|
1xO2n435vyQBpcPVpscWA0X2hoS2
| 20.7
|
Suuraan asirratti arginu Kun suuraa dubara naannawaa gaambeellaa yoo ta'u, isheenis immoo uffata aadaa yookiin akkaataa mataa ishee fi rifeensa ishee illee aadaa ishee ibsuun kan uffattee fi kaawwattee callee morma ishee irraa kaawwatte kan argamtu yoo ta'u maalummaa ishee ibsuuf kan dhaabbatedha
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
2UQeCWRYFJuZtfHPoc6T
|
VMSHE6a83HQjOWiTNpXOCCNljch2
| 21.18
|
Uumama jechuun harka waaqayyootiin uumamanii lafa kanarra kan jiraatu hundumaa jechuudha. Kan lubbuu qabus ta'e kan lubbuu hin qabne. Naannoo jechuun immoo uumamni kun kan amala wal fakkaataa qabuu fi haala jireenyaa wal fakkaataa hordofu kan keessa waliin jiraatu jechuudha. Kanaaf uumamaa fi naannoo yommuu jennu hariiroo akkamii waliin qabu.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
LHF6iIbOlG6r7AgFWzAV
|
VY9qn2kl2ycI2VjmJUTs5Zc3aXg2
| 17.7
|
Suuraan asirraa argamu kun suuraa namootaati. Namoonni kunneen baay'inni isaanii torbadha. Namoonni kunneen saalaan dhiirotaa fi dubartootadha. Namoonni kunneen umriin isaanii sadarkaa dargaggummaarra kanneen jiraniidha. Namoonni kunneen sirba yookiin shubbisarra kanneen jiranidha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
Ei8gGSNCGhC7SUr2MF7y
|
DK7PfxkYUYTcjga8o5ViRhE8Z872
| 18.3
|
Faashinii jechuun wanta haaraa tokko gaafa argannu faashiniidha jennee waamuu dandeenya. Fakkeenyaaf qodaa mana keessaa qabnu ta'uu danda'a uffata ta'uu danda'a. Wantoonni waan haaraa gaafa ta'an faashinii jedhamu.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
5yNNGiXTKzb5m5bw0ayU
|
0bUZZzVq18XW2WlfuYxNyKLyJev1
| 19.44
|
Ispoortiin sochii qaamaa dhalli namaa taasisu ta'ee kaayyoowwan akka fayyummaaf, dorgommii addaa addaa keessatti hirmaatanii akka madda galiitti itti gargaaramanidha. Fakkeenyaaf fiigicha, kubbaa miilaa fudhachuu dandeenya.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
AdHHCRzfjCounju1GGcf
|
BGAAggNPG5Ro57hyFbDuFZcdHQ12
| 16.14
|
Asirratti kan mul'atu kuni suuraa muummee ministeera Itoophiyaa kan ta'an Dookter Abiyi Ahmedidha. Egaa Dookter Abiyi Ahmed gaggeessaa yookiin bulchaa biyya Itoophiyaati. Gaggeessaa gaariidhaaf jaallatamaadha jedhamee yaadama akkasuma kanasillee.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
3spzvRxpHIsesa0eBfzT
|
R3bDwvBOWkaZM2FoZFzj0hfqJMY2
| 18.6
|
Suurri kun kan agarsiisu gosoota bittaaf gurgurtaa keessaa tokko yoo taโu, namootni walitti dhufuudhaan waan tokko gabaatti dhiyeessuudhaan kan gurguranidha. Wantoonni isaan gurguranis akaakuu gara garaa yoo ta'u wantoota akka timaatumaa,qullubbii adii fi kan kana fakkaatan kan of keessatti qabatudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
Kcplx97dkI9E2aGbKUpJ
|
DnIOQEyl77SmLk2fXKJw9IpwYv03
| 16.08
|
Suuraan asirratti mul'atu kunii ฤทan inni mul'isuun suuraa nama beekamaa ta'e, aartisti oromoo beekkamaa weellisaa Galaanaa Gaaromsaa jedhamuun kan beekamu suuraasaa kan mul'isudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
75cW7TDkIW5cu3ELbMXK
|
p2jojywBtyVvgdFPu4ul97dONLi1
| 18.72
|
Kan nu suura irratti argaa jirru kuni egaa namoota iddoo tokkotti dhufanii wal harkaa fuudhaa ijaarsa ijaaraa jiranidha. Ijaarsi isaan ijaaraa jiran kun egaa dallaadha. Maal fayyadamaniidha kan isaan ijaaraa jiran?
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
4DlZXoA92p7D5EnGWIsR
|
1vvVpT2Fihdiw7HEEBfJifg9oCk2
| 20.16
|
Kitaabota jechuun dhimmoota garaa garaa irratti hubannoo uumuuf, bifa caasaa qabuun kan qophaa'e yoo ta'u, matseetii jechuun immoo yaadannoo yookiis immoo suurawwan kan qaban yaadannoof kan itti dhimma baanu yoo ta'u, akkasuma gaazexaa jechuun immoo odeeffannoo wayitaawwaa ta'an kan irraa argannudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
6b5MZ221LlmHV8Ayr4Xp
|
MiwjthX6wjRgISTX50uiCzzogZa2
| 15.72
|
Suuraan yeroo ammaa as gubbaatti argaa jirru kun bulchituu magaalaa Finfinnee kan taate aaddee Adaanech Abeebeedha. Aaddee Adaanech Abeebee baay'ee miidhagdee baay'ee bareeddee bakka kana kan taa'aa jirtudhaa jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
8JLwAHVnSCX7Nd1QRg9r
|
Bx6qSOV10GQ8qy1p2oKYSukLxLL2
| 15.72
|
Siyaasa jechuunii sirna bulchiinsa naannoo tokkoorratti kan hundaa'e yeroo ta'u keessattuu qaamolee walfalmii waliin gidduutti wal geggeessanii jechuudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
7b2yNvV6YSLI1PkuEO9m
|
jp8orDMcosPwPuVFWUhlWaQYWCh1
| 20.58
|
Kuduraalee fi muduraalee jechuun gosoota nyaataa dhalli namaa itti fayyadamudha. Gosoonni kuduraalee fi muduraalee kunis faayidaa hedduu kan qabanidha. Gosooti kunis kanneen akka kaarotii, timaatimii fi kan kana fakkaatanidha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
DUx5SzYqDN2te1e2Odk6
|
xxJkR6GutrW8yYEJ62kJIpsNHlW2
| 21.48
|
Suuraan asirratti argaa jirru kun suuraa beeksisaati. Innis faayidaan isaa namni tokko iddoo tokkorraa iddoo tokko yoo deemee kan hin beekne yoo ta'e, kana ilaalee iddoosaa akka beekuuf kan gargaarudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
7iZ2Q2Zh3t8I8gl54FOC
|
8RfXhuWAEeZiiKtmBLcNVqsAkoZ2
| 17.58
|
Suuraa isa kana irratti kan arginu immoo, suuraa taphaa kubbaa millaa sagantaa kam irratti akka addemsifamu kan agarsisuudha. Maxxansaa yookaan beekisa sa'atii kam irratti akka addemsifamuu kan agarsisuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
9PPWKz1c6TcgiJ5QnLQy
|
pLCbN6nrlRcH5NoMTG008Un7tgv2
| 23.16
|
Seera kabachiisaa jechuun qaama seeraaf dhaabbatee kan seera kabachiisu jechuudha. Bakka seerri cabetti, seerri dabetti kan seera kabachiisu jechuudha. Seeraaf kan dhaabate jechuudha. Innis poolisii ta'uu danda'a, qaamolee biroos ta'uu danda'u, warra seera kabachiisan, kan seeraaf dhaabatan jechuudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
E5qw4Ro79QY5Zl2CTnoj
|
C8bNLaJMGDWaeEo95sRygRZrc3I2
| 16.44
|
Suuraa kanarratti kan nuti arginu suuraa namoota mana amantaa keessatti sirna amantii raawwachaa jiran yommuu ta'u, namoonni kunis uffata adii mataasaanii kaasee hanga miillasaaniitti uffatanii kan jiran ta'uusaaniiti.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
2kVKTWouACBFvnquiece
|
n4Bq8wjNSzOZdt9Iza0Bzi0qRym1
| 16.44
|
Wanti nuti suuraa kana irratti argaa jirru daa'imman xixinnoon umuriin gad aaanaarra ta'an hedduun walitti dhufanii yeroo isaan wajjin jiran akkasuma illee, duuba isaanii hoolaan dhaabattee akka jirtu kan arginu dha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
AYO3GjO0Pctg1BsV2Y2F
|
5Oy4wQUdDUazy5b6lyrB3sJvrBf1
| 16.74
|
Asxaan Karaa gabaabaa kaayyoo fi galma dhaabbata tokko ittiin ibsinu fakkeenyaaf daldala garaagaraa ta'uu danda'a jechuudha. Asxaa tokko gaafa bocnu maal maal yaaduu qabna?
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
GpCTMouFk9Y5jpDwS5Pp
|
Lt5mv5jPjcc2hJ5i0fvTSHwkuUS2
| 19.5
|
Suuraa asirratti argaa jirru kana bifa dirata mormatti dirachuu dandeenyuuni; kaartaa Afrikaatiin kan irratti qophaa'e; innis halluu diimaa fi magariisa fi diimaatiin kan qophaa'e, halluu Afrikaa, boca Afrikaatiin kan qophaa'edha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
CpJbkFv5171V6sony4sQ
|
jp8orDMcosPwPuVFWUhlWaQYWCh1
| 19.08
|
Uumama jechuun kan jalqabaa kaasee jiruufi kan itti guddachaa adeemudha. Uumama jechuun wanta lubbuu qabaniifi kanneen lubbuu hinqabnetti yemmuu hiraman, kan socho'aniifi kan hin sochoonee jedhamanii bakka lamatti kan hiramanidha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
A7nBBx6ozhdc2VrLZ7tO
|
acbCXXhU84cUHBE8oAGJtdPZkWw1
| 19.86
|
Daldala jechuun adeemsa wal jijjiirraa oomishaalee gara garaa kanneen akka: midhaan, uffata, beeyladootaa fi kanneen kana fakkaatan hawaasaa fi hawaasa gidduutti yookiin biyyaa fi biyya gidduutti gaggeeffamu jechuudha. Gabaa jechuun immoo bakka daldalli itti gaggeeffamu jechuudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
K6nDlopvxNw71YCT4g3r
|
U6DErNS33PUupyKlq2kNkjvYeJE3
| 18.06
|
Beeksisa jechuun wanta haaraa namni duraan hin argine baasanii kan beeskisan yookiin maxansan jechuudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
JFN0paxZlesTPeW3U24I
|
zqLlbTqOQqdrUaTm3l3hYtZy14m2
| 17.64
|
Wanti suura kanarratti argaa jiru meeshaadha. Meeshaan kunis meeshaa mana baankii keessatti argamuu fi meeshaa maallaqa keenya nuuf lakkaaโuuf nu gargaaru asirratti argaa jirra.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
0wloWCAI4Z0Or0BgMJqy
|
VMSHE6a83HQjOWiTNpXOCCNljch2
| 19.86
|
Daldalaa jechuun nama hojii gurgurtaa fi bittaa raawwatudha. Gabaa jechuun immoo lafa itti daldalaan meeshaalee dhiheesse tokko, meeshaalee gurguruu barbaade yookiis bituu barbaade tokko itti argatuu jechuudha. Kanaaf daldalaan bu'aa maalii argamsiisuu danda'a biyyaaf?
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
Civ5100MIkZmEXhuU3ut
|
BF9vmr8d6URdF14LQ01nxjrEofI3
| 19.38
|
Suura kana irratti kan argaa jirruu, Aasxaa dhaabbata bosonaa fi bineensota bosonaa Oromiyaa yoo ta'u, dhaabbanni Kun bineensonni bosonaa Oromiyaa akkasumas immoo bosonni Oromiyaa akka kunuunfamuuf gahee guddaa taphateera.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
HjoCIqsx4CYYDcCPU1aw
|
Twue9PopXNQXSP1Kiq3tw0WuJVQ2
| 19.14
|
Meeshaalee manaa jechuun gosoota meeshaa keessaa tokko ta'ee kanneen dhalli namaa hojii mana keessaa itti dalaguuf kan itti fayyadaman yommuu ta'u meeshaalee waajjiraa jechuun immoo meeshaalee dhalli namaa waajjira keessatti itti fayyadamu jechuudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
QPvDUAZMOVA2GvwK959O
|
zqLlbTqOQqdrUaTm3l3hYtZy14m2
| 21.42
|
Wanti suura kana irratti argaa jirru maalidha? Maal hojjechaa jirti? Suuraa kana irratti kan argaa jirru mucayyoo dubaraa baay'ee bareeddufi mii akkasumas, uffata aadaa bareedaa uffatte argamtudha. Mucayyoon kunis faaya hedduu ofirra keessee, uffata faashinaa agarsiisaa kan jirtudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
Bfrd8zJxXXzh0GFqRFOP
|
bACfT7aMlEeM206zG2oq2GNfx4O2
| 17.82
|
Suurri asii gaditti argaa jirru kunii suuraa baayyee bareedaa, baayyee miidhagaa ta'ee, maqaan isaa foon kan ta'e e bakka nidgiirra kan jirudhaa, foonni kunisii faayidaa dhala namaatiif kan ooludhaa jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
JMKe7flicPgNy1JzAz1m
|
tPICNWZ2PwVIdGFjmrwNzakJx5Z2
| 24
|
Fakkii kanarratti kan argaa jirru iddoo magariisa uffatee jiru yookiin bakka akka gaaraa fi akka dhooqaa qabu yoo taโu, kunis daawwannaa turiizimiif kan ooluu dandaโudha. Innis baay'ee hawwataa,iddoo magariisaa,iddoo mukeen gara garaa illee itti argamuun namatti toludha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
fVyuMgnip1JxGQ7X0XW7
|
209pYtTCmBOAcQcvSSLU8ZSkxbd2
| 16.92
|
Fakkiin kun kan inni agarsiisu namoota ispoortii hojjatanii fi hiriiranii ispoortii fayyaaf hojjataa jiran agarsiisa.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
AX3yoaGElMaUpangEnQa
|
SiQ9QgNl2UXI3C5piaYqi0WzmrR2
| 16.92
|
Hojiin bu'uura jireenya keenyaati. Guyya guyyaatti dirree hojii garaa garaa keessatti bobba'uudhaan jireenya keenya guyya guyyaa keessatti of jiraachisuu fi itti fayyadamuu kan nuti dandeenyudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
4ewSnEZbIYX8iRXAHsCe
|
hiJWqs2hFZORxKpmBD7DxvjZMyB3
| 15.54
|
Suuraa kana irra immoo kan argamu Wicii Indanqoo jedhamti. Wiciin Indaanqoo kan dhihoo dhalatee xiqqoo kan taate jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
JtBW0CWRnv0sHdXL92B8
|
1DbukIHF8KgtAfcqjAGkps6Pg0U2
| 16.32
|
Beeksisa kan jennu odeeffannoo haaraan jiraachuu isaa hawaasa tokko biraan kan ittiin gahamudha. Beeksisni karaa barreeffama yookiin karaa afaaniin beeksifamuu danda'a.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
IUrndTr75H23tBYdmcJS
|
xGMI1NTsU1XRcAKl6Vc9BjlvJIb2
| 15.96
|
Suuraa nuti asirratti ilaalaa jirru kun, yookaan ammaa kan asirratti argamu kun, suuraa shamarree yeroo isheen uffannaa aadaatiin faayamtee miidhagdee suuraa ka'aa jirtu kan argisiisuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
4SsZ8k2E2iQEmDwQGZhE
|
p2jojywBtyVvgdFPu4ul97dONLi1
| 28.32
|
Akkuma suurarra agarru,suuraa kanarra kan mul'atu namoota afuriidha jechuudha.Namoonni lama ,walii galtee mallatteessa jiru,innis ministeera mallaqa kan ta'e, Dr.Fiqiree Ahmed fi qaama biraati jechuudha.Alaabaan dudduuba jirummoo, tokko alaabaa Itiyoopiyaati, tokkommo alaabaa ministeera maallaqaati jechudha. asxaan ministeera mallaqaa sanarra jiru maal bakka bu'a?
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
9voHoY0MuNhPNDGWS16m
|
q1GUy8EerEO3UIe1JPit1p6grR03
| 17.04
|
Daldala jechuun gurgurtaa wantootaa yookiin immoo wantoota gurgurtaaf dhiyaatan yommuu ta'an;
Gabaa jechuun immoo walitti qabama namoota walirraa bituu yookiin walitti gurguruu, wantoota wal jijjiiruuf, walitti qabama namoota iddoo tokkotti walitti qabamanii argamanii jechuu dha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
GxQmwak2aOl7wkIYgX5U
|
pGu4bohDKwcjovuntpXWg0L79QB3
| 17.46
|
Muuziqaa jechuun walumaa galatti qindoomina sagalee fi meeshaalee adda addaa kan ammayyaas ta'e kan aadaa dabalatee ta'ee kan haalaan nama harkisuun yookaan immoo xiinsammuu namaa hawwachuu danda'uun kan dhiyaatu dhaam.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
AlUNqd2r2ru2IyOUvuz1
|
8RfXhuWAEeZiiKtmBLcNVqsAkoZ2
| 19.68
|
Isa kanaa immoo baayyee kan namatti toludha. Nyaata kan aadaa ta'eetu ittoo fi dhadhaadhaan sukkuumamee baayyee bareeda nyaachuudhaafis gaafa nyaannu jechuudha, bukkee isaatiin immoo warqeen jiraa, warqee tolfamee warqee bilchaataan jira baayyee bareeda, baayyee namatti tola yeroo baayyee immoo,biyya wallaggaa keessaa argama.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
3XKGkHd87VdgFP799RPg
|
8RfXhuWAEeZiiKtmBLcNVqsAkoZ2
| 19.02
|
Suuraa asirratti argaa jirru Kun immoo, siree kan aadaadha. Yeroo baayyee kan argamu biyya baadiyyaa keessattidha. Baayyee bareeda, rafuudhaafis namatti tolaa, haara galfachuudhaafis, itti taa'uudhaafis namatti tolaa. Kan argamu immoo baadiyyaa keessattidha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
58waZZA4TbE7felC0bo5
|
DK7PfxkYUYTcjga8o5ViRhE8Z872
| 16.26
|
Barumsa jechuun baratanii kan ogummaa yookaan dandeettii ofii cimsatan, bakka itti waa tokko hubatan isa kanaan barumsa jenna. Barumsa kana immoo yeroo akkamii fayyadamna? Faayidaan inni nuuf qabu maali?
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
84NT5wEfMMBjQXCkWycj
|
BF9vmr8d6URdF14LQ01nxjrEofI3
| 19.26
|
Suuraa kana irratti kan argaa jirruu, toora miidiyaa hawaasa yoo ta'u maqaan isaas immoo liinkidiinii jedhama. Miidiyaan hawaasaa yeroo ammaa kana babal'inaan fayidaa irra oolaa kan jiran yoo ta'u, namoonni liinkidiinii kanaan fayyadamu.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
8a19mMo2BQeJSROflyc0
|
o85VUj9VcVVLW4QCzzx3YJWT3Wr2
| 18.3
|
Suura kanarratti kan argamu, suuraa miidhagsituu manaa kan ta'e, kan baay'ee namatti tolu! Haala baay'ee nama hawwatuu fi miidhagaa ta'een, miidhagsituu hojjetamedha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
1lzKXIqooTfGnvbNya3p
|
LvmvKdwv9Feg06jhWEamKn200pT2
| 16.02
|
Suuraan armaan gadii irraa wanti nuti arginu suuraa namoota mana amantaa isaanii keessatti amantaa isaanii yemmuu isaan itti waaqessanii kadhachaa yemmuu isaan itti sagalee waaqayyoo dhaggeeffachaa jiran argina.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
AiFYQ5cz3t1EqUeFOkaI
|
VY9qn2kl2ycI2VjmJUTs5Zc3aXg2
| 15.42
|
Suurri asirratti mul'atu kun suuraa moobaayilii samsiingiidha. Moobaayiliin samsiingii kun moobayilii gatiin isaa baay'ee qaalii ta'edha. Moobaayiliin kun moobaayilii baay'ee fudhatamaa fi barbaachisummaan isaa olaanaa ta'edha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
6i1r08Ny29RaKmNaSdOT
|
jb6tPi9mhzLc08A1W6HuIFEvPah2
| 16.02
|
Suuraan asirratti argaa jirru kun piroofeeser Birhaanuu Neggaa jedhamu. Piroofeeser Birhaanuu Neggaan yeroo ammaa ministeera barnoota Itoophiyaa ta'uudhaan kan tajaajilaa jiran yemmuu ta'an;akkuma suuraa kanarraa hubachuu dandeenyutti miidiyaaleedhaaf ibsa kennaa kan jiraniidha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
C5WOCLhSOpNS0RQJdCqt
|
CWBKsVLE8acpB6GuOQIaNdtYngF2
| 18.18
|
Tole iddoo kanatti kan nuti arginu dubartoota Oromoo uffata aadaatiin faayamanii jiranidha. Dubartoonni kun iddoo tokkotti walitti qabamanii jiru;qophii tokkorratti argamanii jiru. Qophichi maalinni? Ayyaana maalii kabajuuf jedhu?
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
C9JeEcvm1akU6xGs9Qcw
|
1DbukIHF8KgtAfcqjAGkps6Pg0U2
| 16.26
|
Qonna jechuun sirna dhalli namaa jiruu fi jireenya isaa adeemsifachuudhaaf, lafa qotuudhaan, akkasumas horii horsiisuudhaan, karaa ittiin dhalli namaa jiraatudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
99L6IigNNF9GymoDucz7
|
nPyaOPsRoeYhgVbzJRYg5PPMNHx1
| 22.2
|
Asxaa. Asxaa jechuun maallatollee gara garaa, bifa gara garaa, wantoota gara garaa ittin ibsuudhaaf kan ka'amtudha. Faakkeenyaaf alaabaa yoo fudhannee alaabaa gosa halluu gara garaa yoo qabatu handhuraa isaa irratti bifa asxaa kan qabu walqixummaa sabafi sablamoota kan ibsuudha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
HuwlyIZdKLsvhSBEGbE1
|
tLHKTSjBTJUSpZU09mvrOklT21e2
| 15.54
|
Iddoo kanatti argaa kan jirru suuraa kophee ammayyaa dha. Kopheen ammayyaa'aa halluu diimaa ta'e qabatee jiruu dha. Kopheen kun halluu kanaadhaan faayamee gaafa dhiyaatu baay'ee na jibbisiisa.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
9YoinxpaxRBe4A8iRH3T
|
nPyaOPsRoeYhgVbzJRYg5PPMNHx1
| 19.98
|
Seera kabachiisaa jechuun namoota aangoo qaban yookaan seeraan akka seera kabachiisaniif kan itti kenname jechuudha. Isaan kunis karaa seeraatiin eeyyama kan argatan yeroo ta'u, seerri maal akka ta'e kan hawaasa hubachiisanidha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
N5QtJysL28jDPOUuCKs0
|
5rRVZhthj4hAbdJs8wn6qn6UGHb2
| 15.36
|
Suuraa kanarratti kan arginu dhugaatii gosa garaagaraa yoo ta'u, kan fuuldura kanatti mul'atu ammoo "yashalbaabbaa alkool" jedhamuudhaan kan beekamu yoo ta'u namoonni yeroo baay'ee ni dhugu.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
8Z8xXMnv8kShSDJXT2vt
|
Yn3vhr6tgyLZ1dxNWd3pCiEKbB63
| 19.44
|
Suuraa kanarratti kan arginu bareedina dubartiidhaaf kan oolu yoo ta'u,yeroo baay'ee dubartoonni morma isaanii irratti godhatanii faayamanii , bareedanii argamuudhaan kan itti fayyadamanidha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
DmAuSl658nVauHpNA685
|
DnIOQEyl77SmLk2fXKJw9IpwYv03
| 17.28
|
Suuraan asirratti mul'atu kuni kan inni mul'isu bakka gurgurtaa yookaan gabaa bakka itti muduraaleen gara garaa gurguramaa jirani kan mul'isaa jirudha. Kanneen akka paappaayyaa, muuzii fi kanneen kan kana fakkaatani jechuudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
BY2j9kNRoYYSzQMg1KWA
|
BF9vmr8d6URdF14LQ01nxjrEofI3
| 18.18
|
Suura kana irratti kan arginu beeylada manaa kan taate re'eedha. Re'een baay'inaan naannoo lafa gammoojjii keessatti horsiifamuudhaan beekamti. Sababni isaas re'een marga caala baala waan jaalattuuf. Foon re'ee baay'ee jaalatamaadha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
7nFIlm2n5fONW7H2oatA
|
JMkWp144C3VJy4pTIRd8THIszRx2
| 20.52
|
Kan asirra jiru kun kitaabadha. Kitaabni kun 'kudhaama seenaa' jedha. Kudhaamni seenaa kun olaantummaa oromoo akkasumas immoo sirna waaqeffannaa oromoo kanneen argisiisanidha. Seenaa, aadaa fi amantii oromoo kan ibsanidha jechuudha. kan inni barreeffame akka bara oromootti bara 6413dha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
GNP2KIOpzwfg3BOW1OiD
|
H7J1CRAmAoRCFkXB53wwkWNvOcf1
| 15.54
|
Fakkii asii oliirratti argitan kun mana nyaataafi buna adda addaa kan ta'e yommuu ta'u, as keessattimmoo bunnii fi nyaanni gosa adda addaa gurgurtaadhaaf kan dhiyaatudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
4fJJKXGN0u3LbRrd9frY
|
n4Bq8wjNSzOZdt9Iza0Bzi0qRym1
| 21.42
|
Waanti nuti suura kanarratti argaa jirru Ulullee kan jedhamu yeroo ta'u, yeroo durii jalqabee bifa aadaatiin ofiisaanii tolfachuudhaan kan itti fayyadamanii fi namoonni yeroo sagalee isaanii as keessaan afuufan bifa bareedaa ta'ee fi bifa nama hawwatuun akka ba'u kan taasisudha.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
872y4K75LNNNkgPP26gt
|
l9Fl7uXw2XPfGR3R4L7l0Vo7Acj1
| 18.48
|
Beeksisa jechuun odeeffannoo dabarsuu jechuudha. Kunis haala qindaa'ee fi itti yaadamee kan qophaa'udha. Akkasumas illee wanti tokko akkamitti akka ta'e eessatti akka ta'ee fi Yoom akka ta'e kan of keessatti qabatudha.
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
DBK4PAnaRnGzOq28dLqU
|
JMkWp144C3VJy4pTIRd8THIszRx2
| 18.18
|
Kan suura kana irratti argaa jirru maatiidha. Maatiin ijoollee isaanii qabatanii yeroo isaan waliin suura ka'anidha. Maatiin Kun maatii gammachuu qabu fakkaatu fuula isaanii irraa. Kanaafuu akka suura kanaatti Suura kana irratti kan argaa jirru, maatii maatii isaanii wajjin suura ka'aa jiranidha.
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
179iateMhbGnRsBea5ZB
|
5rRVZhthj4hAbdJs8wn6qn6UGHb2
| 15.9
|
Suuraa kanarratti kan arginu abaaboo daraaree jiru yoo ta'u abaaboon kun bifa adii kan qabuufi kan qoricha aadaa hojjechuudhaaf nu gargaarudha jechuudha. Iddoo magariisa gidduutti argama.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|
|
AcKo1FpUkfr84g8pTsYB
|
jp8orDMcosPwPuVFWUhlWaQYWCh1
| 21.54
|
Oduun waanta gabaasa tokko irratti dhihaatu, qaama tokko irraa kan qaama biroo irratti dabarfamudha jechuudha. Oduun waa'ee wanta tokko oduu dabarsuuf gara qaama biraatti dabarsee haasawu Oduu jedhama. Oduun maddoota akkamii akkamii irraa argama?
|
Male
|
18-24
|
om_ET
|
|
F7jZ1SoaYz2Kg2t1QpeZ
|
WEHUWZYy6FQVfljcLZkYiwT1G832
| 18.06
|
Dhugaatiiwwan jechuun kan namoonni yeroo dheebotan dheebuu bahuudhaaf dhugan jechuudha. Dhugaatiin kana qofaaf osoo hin taane namoonni yeroo keessummaan itti dhufe mana dhugaatii geessuudhaan dhugaatii affeeru. Aadaan Kun eessaa kan ka'edha?
|
Male
|
25-35
|
om_ET
|
|
DiJjpLZfjolWp5YAyChw
|
8RfXhuWAEeZiiKtmBLcNVqsAkoZ2
| 19.26
|
Suuraa isa kana irraa kan argaa jirru yookaan hubannu faanosii jedhamuun beekama. Meeshaa kan aadaa gaafa ta'u kan argamu immoo baadiyyaa keessattidha. Ifa kennuudhaan tajaajilaa warra iddoo ifaa argachuu hin dandeenye birattidha yeroo baayyee kan fayyadamuu fi argamu meeshaan Kun meeshaa kan aadaadha. Namatti tola baayyee bareeda.
|
Female
|
18-24
|
om_ET
|